Waldaa Abukaatota Na/Oromiyaa Damee Harargee Lixaa

Waldaa Abukaatota Na/Oromiyaa Damee Harargee Lixaa Yes to justice

WaamichaKabajamtoota Abukaatoota Go/Ha/Lixaa Hundaaf:Miseensa waldaa kan tahee Abukaatoo fi barsisaa Obbo Anwaar Ahimad ...
24/02/2024

Waamicha
Kabajamtoota Abukaatoota Go/Ha/Lixaa Hundaaf:
Miseensa waldaa kan tahee Abukaatoo fi barsisaa Obbo Anwaar Ahimad kitaaba isaa 'Qajeeltoo Namoomaa' jedhuun barresse gaafa 24/06/2016 tti mag/ciroo galma waaj/mallaqa Go/Ha/Lixaa kessatti ebbisisuuf qophii irraa jiraa.
Hundi Keessan sagantaa ebbaa kana irratti akka argamnu karaa WANO tiin kabajaan afferamtanii jirtu.
Kanaafuu, hundi keenyaa affeerraa kabajaa obbolleessa kenyaa fudhanne saganticha Irratti argamun akka jajjabessinuu dhaamsa kenyaa.

Guyyaan:24/06/2016
Iddon:-Mag.Ciroo, Galma Waajjira Mallaqaa Go/Ha/Lixaa

07/07/2023

Kabajamtoota Abukaatota Go/Ha/Lixaatiif:
Baga haaromsa heyyama bara 2016 isiin gahee jechaa, akkuma baratameen dirqama isiin irraa eggamuu raawwachun xalayaa deggarsaa WANO damee Ha/Lixaa fudhachun heyyama kessan akka haromsitan isiin hubachifnaa
Abukaatummaan haqummaan!!!!

07/07/2023
Ibsa Gaddaa!!!Abbaa seeraa MMO Go/Ha/Lixaa kan turan obbo Abraahiim Yusuuf tasa adunyaa kana irraa boqochuu isaanitiin g...
13/03/2023

Ibsa Gaddaa!!!
Abbaa seeraa MMO Go/Ha/Lixaa kan turan obbo Abraahiim Yusuuf tasa adunyaa kana irraa boqochuu isaanitiin gadda nutti dhagahaamee ibsannaa!!

IMRAAN , Du'a kee dhagaheeraa, garuu gurra kiyyaa amanuu dadhabee, maaluma sii qunnamee garuu? nagaan boqadhuu obbolless...
16/10/2022

IMRAAN ,
Du'a kee dhagaheeraa, garuu gurra kiyyaa amanuu dadhabee, maaluma sii qunnamee garuu? nagaan boqadhuu obbollessa kiyyaa

16/10/2022

Oduu Gaddaa
Abukaatoon obbo Imraan Abrurahmaan adunyaa kana irraa du'aan boqochu isaanitiin gadda nutti nutti dhagaahamee ibsannas.
Maatii fi hiriyyota isaatiif jajjabinaa haaweinaa.

08/07/2021

Beeksisa
Abukaatota Godina Ha/Lixaa kessatti jirtan hundaaf
Haroomsa heyyama abukaatummaa bara 2014 tiif ragaan isiin barbaachisuu nu biraa argachu kan dandessan tahuu isiin beeksifnaa.
WANO DAMEE H/LIXAA

19/05/2021
"Just what I need is a lawyer in family"-Trump
21/05/2020

"Just what I need is a lawyer in family"-Trump

07/05/2020

በ COVID-19 ምክንያት አሁን ለተፈጠረው ቀውስ የሕገ መንግሥት ትርጉም መጠየቅ አዋጪ ነው? የፌዴሬሽኑ ምክር ቤት ህገ-መንግሥቱ ትርጉም አያስፈልገውም ብሎ ቢወስን ቀጣዩ እጣ ፋንታችን ምን ሊሆን ይችላል?

Address

Asebe Teferi
Asebe Teferi

Opening Hours

Monday 08:00 - 17:00
Tuesday 08:00 - 17:00
Wednesday 08:00 - 17:00
Thursday 08:00 - 17:00
Friday 08:00 - 17:00
Saturday 08:30 - 17:30

Telephone

+251913475336

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Abukaatota Na/Oromiyaa Damee Harargee Lixaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share