Bontu Adugna

Bontu Adugna Kiristoosiin beekuun jireenya ❤️❤️❤️
# grace only🥰🥰😍

13/05/2026
13/09/2025

“ P**n [ Vidiiyoo Wol-qunnamtii saalaa ] ilaaluu dhiisaa.
Tamboo xuuxuu dhiisaa
Dhugatii dhuguu dhiisaa
Qorsa Nama jaanjessu fayyadamuu dhiisa
Gara WAAQA deebi'aa.
Wol-Fuudhaa heerumaa-Ijoollee horadha .” Chaarlii Kirk yennaa hunda kallattiin dargaggootaan akkas jedha ture.

Chaarliin shaampiyoonaa barnootaa amantii, maatii fi safuu ture jedhuun namoonni hedduun. Beekumsi hundee bilisummaa, itti gaafatamummaa fi jireenna hiika qabuuf bu’uura aka te’e amana ture. Dargaggoonni kitaabota irraa barachuu qofa adoo hin teene, hubannoo akka barbaadan, gadi fageennaan akka yaadan, barnoota isaaniitti fayyadamuun addunyaa kana akka fooyyessan jajjabeessa ture.

Amantaa Musiliimaa qeeqa, ijjeechaa Gaazaa deeggara, Gurraacha hin jaallatu jechuudhaan namoonni isa qeeqanille hedduu jira.

“ Yoo balaliisaa Xiyyaaraa nama Gurraacha dhagge, yaadni kiyya inni jalqabaa, gahumsa guutuu akka qabu abdiin qaba.” Dubbiin Chaarliin jedhe dargaggeessa bacaa biratti mufi kaasee ture.

Awwaalchi Chaarlii dhiheenna kana Kutaa Ameerikaa Arizoonaa, Fiineesi keessatti akka geggeeffamu himame.

Jirra24/7 Goomaraa Godu’uu
Jirra Media/JM

18/07/2025

VIDEO SUN AKKAM NAMA DHIBA? ADAARA YOO WARRABBU DHIISTANOO

13/06/2025

durbii hangaa ammaatti dhiiraa hin jaallatin harkaa baasii mee

11/06/2025

Qajeelaa ta'us,Kabeelaa ta'us, lammii kee Dhiira Oromoo siif wayya durbooche 😋

Address

Ethiopia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bontu Adugna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category