Bonsa Jhon

Bonsa Jhon Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bonsa Jhon, Criminal lawyer, Shaggar, Addis Ababa.

26/01/2024
17/01/2024

BEEKSISA

Barattoota Sagantaa Rimedivaaliitiif Bara 2016 A.L.I tti

Yuunivarsiitii Ambootti Ramadamtan Hundaaf

Barattoonni bara 2016 A.L.I tti Ministeera Barnootaatiin Sagantaa Fooyya'iinsaa (Rimediyaalii)tiif gara Yuunivarsiitii Ambootti ramadamtan, guyyaan galmee Amajjii 23-24/2016 ta'uu beektanii qaamaan argamuun akka galmooftan isin beeksisna.

Hubachiisa:

• Bakka Galmee: Barattoonni Istiriimii Saayinsii Uumamaa Kaampaasii Haacaaluu Hundeessaafi Barattoonni Istiriimii Saayinsii Hawaasaa mooraaa guddaa yoo ta'u; yeroo galmeef dhuftan: Ansoolaa, Aguuggii Boraatii, Uffata Qorraa fi Ispoortii, ragaa barnootaa kutaa 8-12 orijinaaliifi kooppii akkasumas suuraa (3*4) 2 qabattanii akka dhiyaattan isin beeksifna.

Barataa guyyaa eerame dursee ykn dabarsee dhufu kan hin keessummeessine ta'uu cimsinee isin hubachiisna.

Reejisteraara Yuunivarsiitii Amboo

Address

Shaggar
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bonsa Jhon posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share