Tarsiimoo Qeerroo Dodolaa

Tarsiimoo Qeerroo Dodolaa Dear followers of this page; let us produce a generation that will benefit the country.

04/09/2022

Osoo namoota akkanaa taanee hundi keenyaa namatti tola.
Tokkoon tokkoon keenya namoota yaadaan gaarii ta'an hedduu beekna,
👉 kanneen namoota rakkatan qarqaaran.
👉kanneen ilaalcha gaarii irratti nama deeggaran
👉kanneen milkaa'inna ilma namaatiif gammadan fi irkoo ta'an
👉isaannan nama kabajanii fi nama jaalatan.
👉kanneen dhiifamaan mufannaa irra waliif darban
👉kanneen garuummaafii kaka'uumsa nama keessatti horan
👉kanneen xinnoo ofii qabaniin gammaadanii fi galatoomfatan
👉isaannan yeroo gaddaafi gammachuu wal bira dhaabbatan
👉kanneen namoota walitti dhiheessu malee walirraa fageessuun isa hin gammachiifne.
👉kanneen fakkeessuu caalaa qabataaman dalagu osoo taanee natti tola nutti tola ofittis ni tolta. Warra qabatamaa haa taanuu.
🙏🙏🙏Horaa Bulaa😍😍😍😍

12/08/2022

DHAAMSA KANA WOLIIF DABARSAA

Ogeeyyota woldhaansa ijaa biyya Ameerikaa irraa dhufaniin Hagayya 09 -19 yaala Moora Ijaa (Cataract) opireeshiiniin saaquu/woldhaanuu Bilisaan (KAFFALTII MALEE) waan godhamuuf Hospitaala Woliigalaa Nageellee Arsiitti dursitanii dhaquun ykn firaaf maatii keessan rakkoo kanaan argaan ijaa isaanii hirdhateef jaame tajaajila kana akka argatan godhaa.

Tola-oltummaa yaala bilisaa kana ummata keenyaaf qopheessuu isaaniitiifis Hospitaalli Woliigalaafi Kolleejji Meedikaalaa Nageellee Arsii galata guddaa qabu.

Teessoon Hospitaalicha: Godina Arsii Lixaa, Magaala Nagellee Arsiiti. Shashamanne irraa km 25 qofa.

Odeeffannoo dabalataatiif lakk. bilbibila kanaan bilbiluun gaafachuu dandeessu: 0461162828

11/08/2022

Don't be the lateness generation,
be the latest one.

10/08/2022

Somebody whom you were reading this post, Mark that 👉We expect big things from you.
Because you are the greatest. You are the Captain of your life.

10/08/2022

Handle that, don't wait for external motivations.
Nobody knows you more than you know yourself.
You know your feelings, missions, goals, and visions.
Don't let the external body decide what you have to do.
Do what you have to do by yourself until you get what you want.
You are the best in your entire life.
Don't be late for your goal.

21/02/2022

SOME WAYS TO BE MYSTERIOUS

👉Be Calm Talk less
👉 Avoid Drama
👉Make Eye Contact
👉Use Correct body language Think Outside the Box
👉Think Before you Speak
👉Don't always be available Be less Reactive
👉Speak less about yourself

25/12/2021

Silaa akka baraa malee akka garaa hin ta'amu. Wanti hunduu ni darba; rakkoon, quufni, gadaddoon, beelli, waraanni, fi kanneen biroos akka darbu hin irraanfatinaa. Garuu wanti dhala dhufuuf ni fayyada jedhamee ol kaayyame hin darbu. Nuti immoo warra dhala dhufuuf waan gaarii dabarsee darbu ta'uutu nurraa eeggama🙏✍️💪

14/11/2020

Yaa waa irraanfachuu yaa nuyii.......
Ummatta reeffa awwaalachuu nu dhoorgan ta'uu hin irraanfatinaa

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tarsiimoo Qeerroo Dodolaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category