Buraayyuu Odeeffannoo hoo'aa haala yeroo irratti

Buraayyuu Odeeffannoo hoo'aa haala yeroo irratti Baletubealo

Malkaa ateetee
12/10/2021

Malkaa ateetee

Kabajamoo fi Jaalatamoon Dr Abbiy Ahmad Ali filannoo seena qabeessa irratti hundaa'uudhaan guyyaa har'aa muummicha minis...
04/10/2021

Kabajamoo fi Jaalatamoon Dr Abbiy Ahmad Ali filannoo seena qabeessa irratti hundaa'uudhaan guyyaa har'aa muummicha ministeeraa ta'uudhaan muudamanii jiru. Baga gammaddan.

19/08/2021

Hiriira deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa jiraattota Magaalaa burraayyuu

17/08/2021

Araddaan bokkuu hiriira deeggarsaa guyyaa boruu godhuuf deemaamurratti hirmaachuuf gooxiin araddaa bokkuu qophii barbaachisu haala kana irratti argamu.

Juuntaan Yoomiyyuu Diina Ilmmaan Oromooti.Juuntaan Yoomiyyuu Diina Diinagdee bayyaati.Juuntaan Yoomiyyuu Diina Sabaaf sa...
17/08/2021

Juuntaan Yoomiyyuu Diina Ilmmaan Oromooti.
Juuntaan Yoomiyyuu Diina Diinagdee bayyaati.
Juuntaan Yoomiyyuu Diina Sabaaf sablammoota Ethiopati.
Juuntaa wajjiin Yoomiyyuu Araarri hin jirus hin jiraatus.
Gooxii ARADDAA BOKKUU IRRAA.......!

Hiriira deeggarsaa guyyaa boruu godhuuf deemaamurratti hirmaachuuf gooxiin araddaa bokkuu qophii barbaachisu xumuruudhaa...
17/08/2021

Hiriira deeggarsaa guyyaa boruu godhuuf deemaamurratti hirmaachuuf gooxiin araddaa bokkuu qophii barbaachisu xumuruudhaan barii qofa eeguu irratti argamu waliin wajjiin taanee diinota keenya yeroo xumuraatiif ni barbadeessina. Chaaw Juuntaa.

17/08/2021
17/08/2021
30/06/2021

BALETUBEALO

Kanajamtootaafi jaalatamtoota hordooftoota keenya guyyaa har'aa jiraattonno Bu.Go.Ad.Na. finfinnee Magaalaa Buraayyuutti...
21/06/2021

Kanajamtootaafi jaalatamtoota hordooftoota keenya guyyaa har'aa jiraattonno Bu.Go.Ad.Na. finfinnee Magaalaa Buraayyuutti ganda Malkaa gafarsaa gooxii Araddaa bokkuu keessatti filannoo biyyaalessaa 6ffaa fi seena qabeessaa haala nama gammachiisuun sagalee kennachuuraati argamu
Kuni kanumaan osoo jiruu Misooma Ashaaraa magariisaa irratis seenaa guddaa hojjachuratti argamu hundi namoota sagalee kennanii haala nama dinqisiisuun biqiltuu dhaabaa Oolaniiru kun waan jajjabeeffamuu qabuudha jenna.horaa bulaa!

15/06/2021

Sagantaa jiraattotnni God.adda.n finfinnee Magaalaa Buraayyuutti ganda Malkaa gafarsaa gooxii Araddaa bokkuu fi Magaalaa finfinneetti jiraattotnni Aanaa 8 naannoo qaraanyuu sagantaa buna dhugaa paartii badhaadhinaatiin guyyaa har'aa taasise kana itti booharaa .

15/06/2021

Address

Addis Ababa
BALETUBEALO

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Buraayyuu Odeeffannoo hoo'aa haala yeroo irratti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category