Kiyyaa Keessan

Kiyyaa Keessan Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kiyyaa Keessan, Legal, Ofta'ii Jiraadhu, Addis Ababa.

08/01/2025

Dhuma Dubbii🙏
Jawar Mohammed hanguma si gargaarree wayyaanee qe'eetti galchine sana sitti duullee taphaa ala si taasifna!

 Haa ta'uu jenneeti callisne malee Jawar Muhaammad Mootummaa kuffise hin qabu.Mootummaa Wayyaanee kuffisuuf kan karaa ba...
08/01/2025



Haa ta'uu jenneeti callisne malee Jawar Muhaammad Mootummaa kuffise hin qabu.

Mootummaa Wayyaanee kuffisuuf kan karaa bane humna keessoo OPDO ti.

Keessoo OPDO Keessaa warra dursee Shira Master Pilaanii Fashaleessuuf Tsahaayyee dura dhaabbatan akka Injiner Taakkalaa Uumaa fa'a, Yeroo sana Afyaa'ii Caffee Oromiyaa kan turan akka Obbo Lammaa Magarsaa fa'atu Mootummaa Wayyaanee keessoodhaan burkuteesse.

Isaantu humna addaa Poolisii Oromiyaaf Qeerrootti hin dhukaasiinaa jedhee kallattii itti kenne.

Isaantu keessa taa'ee Qeerroof haala mijeesse.

Isaantu siyyaasaan fuulaa fuulatti Wayyaanee dura dhaabbate.

Otoo humni Keessoo OPDO Wayyaanee faana tokkummaa cimsatee amanameefii ta'e Wayyaaneen hin buqqaatu ture.

Buqqa'uu mootummaa Wayyaaneef tapha siyyaasaa hamaa (dangerous Political game) kan taphate Lammaa Magarsaa fa'a.

Lammaa Magarsaatu Finfinneedhaa ka'ee Bahirdaar deemee ADP (Amhara Democratic Party) waliin hidhata uume.

Achitti gantummaa guddaan keessoo Wayyaanee burkuteessu irratti taphatame.

Haala mijeessummaa OPDO tiin Qeerroon bakkeewwan garaagaraatti karaa cufuun wayyaanee kokkeetti qabe.

Seensa Finfinnee itti nannessee akka Qeerroon cufu kan godhe humnuma OPDO yeroo sana Lammaa Magarsaan hoogganamudha.

Kanaaf Muummeen Ministeeraa Dr.Abiyyii Ahimed akkamiin akka keessoodhaan diigan nucaalaa kan beeku hin jiru, kanaaf warri keessoon nidiiguuf yaaltan hin dandeessan kan jedhaniif.

Kanaaf kufaatii mootummaa Wayyaaneef sababni jalqaba fincila keessoo AWDUI irratti dhaan ka'edha.

Mootummaa kuffisuun nasalacha'e jedhanii oftuuluun kun akkuma Wayyaaneen waraanni nuuf tapha aadaati jettee daaraa ishee godhe sana akka hin taane of eeggachuudha.

Barcumni qabamee jira. Bosonnis qabamee jira. Gurbaan hoo eessa jira? Iddoo duuwwaan jira? Kan barcuma qabate bosona qul...
07/01/2025

Barcumni qabamee jira. Bosonnis qabamee jira. Gurbaan hoo eessa jira? Iddoo duuwwaan jira?

Kan barcuma qabate bosona qulqulleessuu hin dandeenye. Kan bosona jirus barcuma qabachuu hin dandeenye. Hin danda’us.

Barcuma tokko irra namni lama taa’uu ni danda’a? Bosona tokko keessa hoo bimeensi lama jiraachuu ni danda’a?

Bineensa bosona keessaa baasu moo bosonuma gubu? Sun yaalamee jira? Barcuma irraa kaasu moo barcuma garagalchu? Sun yaalamee jira?

Jibooleen hanga ammaa walitti gaarrifchaa jiran malee wal hin qabne. Kamtu gaanfa qaba? Kamtu lum’ee jabaa qaba? Kamtu qaruuteedha?

Yoo qeerrensa taate harka, miilaafi ilkaaniin lolta. Yoo lola dadhabde fiigdee jalaa baata. Tigers run fast. Yookaa ammoo muka si bira jiru irra korta. Tigers are good at climbing trees.

Yoo leenca taates ilkaan harkaafi miilaan lolta. Leenci qeerrensa caala humnas ni qaba. Garuu akka qeerrensaatti faxinaa miti.

Yoo waraabessa taate ammoo duubaan muratta Yookaa jala seentee garaa keessaa gadi fuuta. Yoo jeedala taate ammoo afoo teettee eeggattee waan hafe nyaatta?

Barreeffama koo dubbisuuf qophiidha?
Hawaas.

Gaafilee ijoo Guyyaa hardhaa Mootii Girrisaa Ummanni Norwey gaafate 😂😂1ffaa: Akka Paartii KFO'ti deema jirta moo akka na...
05/01/2025

Gaafilee ijoo Guyyaa hardhaa Mootii Girrisaa Ummanni Norwey gaafate 😂😂

1ffaa: Akka Paartii KFO'ti deema jirta moo akka nama dhuunfaa tokkottii deema jirtaa?

2ffaa: Haasofni kee yeroo garagaraatti dubbataa turte maaf wal faalleessaa?

3ffaa: Wal irratti duuluun kun akka Sabaati nu midha moo nu fayyadaa?

3ffaa: Nama tokko qofa kophaati baasaani irratti duulun maaliif barbaachisee?

4ffaa: Wantoota gaarii hojjatamaa jiru maaliif hin kaafne ati ?

5ffaa: Akkaanumaatti waccuudhaan faayidaan argamuu danda'uu maaltu jira?

6ffaa: Yeroo dubbattu safuu fi aadaa keessaa bahuudhaan dubbachuun maaliif barbaachise ?

Walumaagalatti, Oromoon sitti bareera, ተነቃቀን 😂😂

Maandisa JijjiiramaaAbbaa Yaadama nu ceesisu burqiisiise.Nama Tarsiimoo jijjiiramaa   nutti agarsiise.Yaadama nu tarkaan...
04/01/2025

Maandisa Jijjiiramaa
Abbaa Yaadama nu ceesisu burqiisiise.
Nama Tarsiimoo jijjiiramaa nutti agarsiise.
Yaadama nu tarkaanfachiisu Kan burqisiisee barreesse.

sammuu Jijjiiramaa qabatee dhufe qabaachuun keenya, akkasumas
isaan hogganamuun keenya carroomuudha.
Sareen faaya hin beektu Ofiirratti nyaatti, akkuma jedhamu, Sirna ofii ijaarranne of
irratti hin nyaannu.

Nama sababaan Waa deeggaru tahuudha kan nurra jiraatu.
Dr Maandisa jijiramaa Ilma abbaa Gadaa Kan faranjiifuu hin jilbeeffanne fi
dabarsee hin kennine tahuu Addunyaanuu Rgaadha.

osoma isiin hadhooftuu fudhatu, kanaaf osuma gubattanuu kana liqimsaa, ammas taanaan hoggansi jijjiiramaa abbaa . Homaa gochuu hin dandeessanu.
Abiy Ahmed Ali.

Mubarik Musama kankees sirrii miti, sirreessi.
01/01/2025

Mubarik Musama kankees sirrii miti, sirreessi.

Address

Ofta'ii Jiraadhu
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kiyyaa Keessan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category