Waangeelaf millaa haa tanuu waangeeli humnaa hojeetu of keessaa qaba.

Waangeelaf millaa haa tanuu waangeeli humnaa hojeetu of keessaa qaba. Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waangeelaf millaa haa tanuu waangeeli humnaa hojeetu of keessaa qaba., Legal, Addis Ababa.

01/02/2023

* Ulfinni waaqa keenyaaf haa ta'uu (Ameen). waan gochuun nuf ta'uu gaafa yaadnuu ofii keenyaa kanaa gooftaaf lanee isaf hojeechuu qabna.

Rom 12 ;- 9-11, lakk 17-19 ) .
------------
9 Nama jaallachuun keessan jaalala dhugaa haa ta'u waan hamaa jibbaa, wanta gaarii ta'etti qabamaa jiraadhaa!
Jaalala obbolummaatiin ho'isaa wal jaalladhaa; walii keessaniif ulfina kennuudhaaf wal dorgomaa
Waa dhimma baasuudhaaf hin dhibaa'inaa Hafuura gubaa qabaadhaa! Gooftichaafis of irraa bu'aa hojjedhaa..
17 Namni hamaa yoo isin irratti hojjete deebiftanii hamaa irratti hin hojjetinaa! Waan fuula nama hundumaa duratti fudhatamaa ta'e yaadatti qabadhaa!
Nama hundumaa wajjin nagaatti jiraachuudhaaf karaa keessan wanta danda'amu hundumaa godhaa
Michoota koo Ijaa baasuu dheekkamsa Waaqayyootti dhiisaa malee ofii keessanii ijaa hin baafatinaa Caaffata qulqullaa'aa keessatti, Waaqayyo gooftaan "Ijaa baasuun kan kooti ani hojii namaa mataa isaa irratti nan deebisa" jedhee dubbateera.
--------------
* Akkuma kana garbummaa cubbuu jalaa banee birmaduummaattii jiraachuun ergaa nuf kenname nu immoo deeb'inee garbaa cubbuu ta'uu hin qabnuu .
Rom 6;- 8 -hangaa dhumaati dubbisaa.
------------
8 Kristosii wajjin yoo duune garuu, Kristosii wajjin immoo akka jiraannu in amanna. ..
11 Isinis immoo akkasuma akka warra cubbuu jalaa du'anii, karaa Kristos Yesus Waaqayyoof jiraataniitti of lakkaa'aa!..
17 Waaqayyoon galanni haa ga'u! Isin dur garboota cubbuu turtan; amma garuu qomoo barsiisa keenyaa isa itti kennamtan sanaaf garaa guutuudhaan abboomamtaniittu.
18 Cubbuu jalaa luba baatanii, hojjetaa qajeelinaa taataniittu...
22 Amma garuu cubbuu jalaa luba baatanii hojjetoota Waaqayyoo taataniittu, kunis qulqullummaadhaaf ija isiniif godhata, gara dhumaattis jireenya bara baraatti in geessa.
.........
* Akkasumaa nuf hafuura ilmummaatti guddifamuu nuf kennameera Kun immoo carraa guddaa akkaa nuyii qabnuu ibsa, haa ta'uu malee nu immoo maalitti guddaacha jirra,,? hafuuri nuyii ittii

Shalom nagaan Waaqayyoo hundumaa keessaanif haa bay'aatu akkamii jirtuu bagaa jiraatan asumaan akkaa Waal baruu Nan barb...
31/01/2023

Shalom nagaan Waaqayyoo hundumaa keessaanif haa bay'aatu akkamii jirtuu bagaa jiraatan asumaan akkaa Waal baruu Nan barbadaa Ani baratadhaa bakkaan baradhuus finfinnee university dha kanumaa seenaa bira hin qabuu seenaan koos kirstoosiin lalabuudha. Ameen
! Egaa wa'ee m/qulqulluun bay'een keessaan na caalaatti beektuu jedheen abdaadha anis amumaa naf galeen ibsuu yaala Jireenya koo jijjiiruun barbaada!” Yaadonni jalqaba sammuutti dhufan jijjiirama jireenyaa guddaa fayyaa, amala ykn hariiroo kee hirmaachisudha. Jijjiiramni kun baay’inaan akka hin danda’amne itti dhaga’ama (keessattuu erga irra deddeebiin kufaatii booda) garuu sirreeffamni xixiqqoo illee dhuguma cimaadha.

Kanaafuu maaliif jireenya kee jijjiiruu barbaadda? Seenaa kee irra deebitee barreessuudhaaf rakkattee? Karaa dogoggoraa irra akka jirtu garuu irraa fagaachuu akka hin dandeenye beektaa? Irra caalaan keenya jireenya keenya keessatti yeroo wal fakkaatu kana geenyee jirra—Macaafa Qulqulluu keessatti namoota gurguddoo illee. Ergamaan Phaawuloos, “Ani waan sirrii hojjechuu waanan barbaaduuf, dhuguma of hin hubadhu, garuu hin hojjedhu. Kanaa mannaa waanan jibbu nan hojjedha” (Roomaa 7:15).

Jireenya Kee Jijjiiri

Jijjiiramuu hin dandeessu jechuudhaa? Tasumaa miti, garuu gargaarsa tokko tokko si barbaachisa Waaqayyos duraanuu hojii irra jiraachuu danda’a. Jijjiirama akka fiduuf si geggeessaa jiraa? Tarkaanfiin jalqabaa Waaqayyo jireenyi kee akka fooyya’u akka barbaadu hubachuudha. Kufaatii keessatti akka qabamtu ykn cubbuu keessatti akka kiyyootti galtu hin barbaadu.

Karoorri Waaqayyoo siif qabu yeroo hundumaa karoora hundarra gaarii dha. Macaafni Qulqulluun, “Daandiin Waaqayyoo mudaa kan hin qabne dha. Abdiin Gooftaa hundi dhugaa ta’a” (Faarfannaa 18:30). Inni si jaallata kanaafis waan siif caalu kan barbaadu.

Hiree Kee Jijjiiri

Macaafni Qulqulluun jireenyi gabaabaa akka ta’e waan nu yaadachiisuuf garuu wanti baay’ee guddaan balaa irra jira. “Jireenyi kee akka awwaara ganamaatti—y

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waangeelaf millaa haa tanuu waangeeli humnaa hojeetu of keessaa qaba. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category