Salhadin mamad

Salhadin mamad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Salhadin mamad, Legal, arar.

  _wr_wb jummaa Mubaarak all muslim ❤️‍🩹💟♻️♻️✔️❤️💟💟💟❤️💘✅️✅️✅️✅️✅️💘💛💖💖💖❤️💟💟💟💟❤️‍🩹❤️‍🩹💙💟❤️💖💛✔️💟✔️❤️💞💟❤️♻️♻️❤️💛💚
15/05/2026

_wr_wb jummaa Mubaarak all muslim ❤️‍🩹💟♻️♻️✔️❤️💟💟💟❤️💘✅️✅️✅️✅️✅️💘💛💖💖💖❤️💟💟💟💟❤️‍🩹❤️‍🩹💙💟❤️💖💛✔️💟✔️❤️💞💟❤️♻️♻️❤️💛💚

14/05/2026

'ii jabduu godhadhe Rabbiin siif haa qeebalu ja'aa dua'ii naaf godhaa
Aniis waaniin irra gahe isinifin hima

  du'aii Arra keessumman kun nuu kadhatan   nuuf qeebaliaamiiin allaahummaa aamiin
08/05/2026

du'aii Arra keessumman kun nuu kadhatan nuuf qeebali
aamiiin allaahummaa aamiin

05/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Mamee Abdii, Mu Aas Mahammad, Buzerii Zeenu, Slee Daawuud Sulee Daawuud

sallallahu aleyhi wasallam
03/05/2026

sallallahu aleyhi wasallam

Haadhaf Abbatti Tola Oolun Walakka Hulaale Jannataati jedhan   ﷺ
03/05/2026

Haadhaf Abbatti Tola Oolun Walakka Hulaale Jannataati jedhan ﷺ

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️Doktora, Professor fi Hayyuu Addunyaarraa...
30/04/2026

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️Doktora, Professor fi Hayyuu Addunyaarraa 1ffaa kan ta'e (SAW)

Doktora, Professor fi Hayyuu Addunyaarraa 1ffaa kan ta'e   (SAW)
30/04/2026

Doktora, Professor fi Hayyuu Addunyaarraa 1ffaa kan ta'e (SAW)

As wr wb   ja'ama godina harargee bahaa anaa gooroo guututti argama erga jarame turee jira amma garuu haarayatti jaaramu...
24/04/2026

As wr wb ja'ama godina harargee bahaa anaa gooroo guututti argama
erga jarame turee jira amma garuu haarayatti jaaramuu barbaada amma nuti kan barbaanuu isa jaaruu rabbiin haakaannu nama rabbiin rizqii isaa balloo itti kanne barbaanna kan irratti hirmaatee isa jaaru rabbin duniyaa Abba fadhe bira kayaa atiin garuu arra Sibira kaayee dhalootaaf waa kaayii kanaaf gurguddon nijiru garuu laaltee hin callisin seenaan si haa yaadattu
yooniif ergaa guutuu barbaadde
kanan nudubbisaa +251936340991
+251707360991
godhaa

Yeroo wal tajjii gaggeessu😄🙆🏽‍♂️ hunda Camera 📸 Galmaa waan hin amanneef ija irratti Camera 📸 uffatee deema🤔kanaaf namni...
18/04/2026

Yeroo wal tajjii gaggeessu😄🙆🏽‍♂️ hunda Camera 📸 Galmaa waan hin amanneef ija irratti Camera 📸 uffatee deema🤔

kanaaf namni waltajjii irratti dubbate galgala dhumateef

Sagantaa keenya milkiin xumurree har’a wirtuu Oromiyaa Finfinneetti dachaaneerra. Duumessa gubbaa barrifnee deebinus, on...
16/04/2026

Sagantaa keenya milkiin xumurree har’a wirtuu Oromiyaa Finfinneetti dachaaneerra.
Duumessa gubbaa barrifnee deebinus, onneen keenya dachee biyyee fi biyyoon warqee Wallaggaa san keessaa nu jirti.

Wallagga keessa Muslimni jiraachuu qofa osoo hin taane, Muslima dhiirummaa fi Iimaanaan utubame akka jiru addunyaatti argisiisneerra. Kun jalqaba malee xumuraa miti. Wallaggaan agartan sun biyya guutuu osoo hin taane,ganda tokkoo fi naannoo ishee qofaa dha!

Akkuma hayyichi Ibnu Qayyim jedhe: 'Iimanni iddoo nagaa yeroo argatu ni dagaaga, yeroo dhiibbaa (rakkoo) argatu immoo ni jabaata.' Muslimni Wallaggaas dhiibbaa keessatti jabaatee, har’a dagaagee mul’achuun isaa kanumaaf ragaadha.

Address

Arar
H

Telephone

+251903515323

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Salhadin mamad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category