18/04/2024
Ibr. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁸ Utuma ilma Waaqayyoo ta'ee jiruu immoo, dhiphina isatti dhufe hundumaa keessaa abboomamuu bare.
⁹ Inni isa waan hundumaa fiixaan baase ta'ee erga argamee immoo warra isaaf abboomaman hundumaaf sababii fayyina bara baraa ta'e.