Lawyer

Lawyer promote protection of human righit

Caayaa   haaluma kanaan cimee itti fufee garuu sa'aatiin itti dabalamuu fi kutaalee hunda wal gahuu qaba.๐ŸŽ™โ—๏ธGaz/   much ...
05/03/2025

Caayaa haaluma kanaan cimee itti fufee garuu sa'aatiin itti dabalamuu fi kutaalee hunda wal gahuu qaba.๐ŸŽ™โ—๏ธ
Gaz/ much Respect ๐Ÿ™โค
Anwaar Jamaal
๐Ÿ’ฏ
Ten Unknown Facts About
Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning,
not Elon Musk. Musk joined the company as a major investor and became its public face.
Model Naming Quirk: Teslaโ€™s car lineup follows a playful pattern: Model S, 3, X, and Y.
Elon Musk has said it was meant to spell "S3XY," with the number 3 replacing an "E."
Battery Focus: Tesla's breakthrough isnโ€™t just in electric cars but also in battery technology. Tesla has invested heavily in creating
powerful and long-lasting batteries, not only for cars but also for energy storage solutions like Powerwall.
Autopilot and Full Self-Driving: Teslaโ€™s Autopilot is an advanced driver-assistance system, but itโ€™s not fully autonomous. The
company is working on Full Self-Driving (FSD) software, which could eventually enable true autonomous driving.
Gigafactories: Tesla operates massive manufacturing plants known as Gigafactories, located in the U.S., China, and
Germany. These factories are integral to Teslaโ€™s ability to scale production and reduce costs.
SpaceX Connection: Tesla and SpaceX, both run by Elon Musk, share more than just a CEO. The companies collaborate on technology, and
SpaceXโ€™s Falcon Heavy rocket even launched a Tesla Roadster into space as part of a 2018 test flight.
Sustainable Vision: Tesla's mission is to accelerate the worldโ€™s transition to sustainable energy.
In addition to electric cars, the company is a leader in solar power and energy storage solutions.
Over-the-Air Updates: Tesla was the first car manufacturer to allow over-the-air software updates, letting owners
download new features and improvements to their cars without visiting a dealership.
AI and Robots: Teslaโ€™s AI Day event introduced Tesla Bot, a humanoid robot designed to handle dangerous or
repe

15/02/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Tadesse Kasaye, Oromummaan Lafaa Hanga Lafeeti, Siila Yomii, Badhane Danbobi Gobana, Getinet Teferi, Zemach Kefetamu, Machesa Oda, Anii G Danboba, Mame Kan Kemissie, Finfinne Oromiyaa, Hortee Bareento, Kufa Churiso, Law Jalo, Mahamad Bariiko, Danyee Abarraa Danyee, Aliyyii Jundii Saidoo, Gamechis Fekadu, Naafyaad Yusuf, Shumi Firaol, Hatatam Koka, Sukare Robe, Nasiria Abajiad, Itiyaan Awal

.............  .......... ..... ๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„.......... ๐Ÿ‘‰GO/SH/Lixaatti, president Mana Murtii Aanaa Noonnoo kan ta'an Aab   ...
17/09/2024

............. .......... ..... ๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„๐Ÿ™„..........
๐Ÿ‘‰GO/SH/Lixaatti, president Mana Murtii Aanaa Noonnoo kan ta'an Aab gaafa guyyaa 04/01/2017 tti fi president Mana Murtii Aanaa Meettaa Wal Qixxee kan ta'an Aab gaafa guyyaa 05/01/2017 tti, osoo Ayyaana Maatii biratti dabarsanii gara iddoo hojiitti deebi'aa jiranuu, qaama hidhatee Bosona jiruun ugguramuu odeeffanne๐Ÿ™„

๐Ÿ‘‰Gaaffin keenya, Ogeessota Seeraa siyaasa kamiirraayyuu bilisa ta'uun, ogummaa baratan qofaan hawaasa isaanii tajaajilaa jiran ta'uu hubachuun, namoota kanneen haal duree tokko malee akka gadi lakkiftan waamicha goona๐Ÿ™๐Ÿ™‹

๐Ÿ‘‰Ogeessota Seeraa galtee siyaasaa gochuun sirrii kan hin taane fi bu'aa tokkos kan hin buufne ta'uus baraatii ijoollee kanneen gadi nuuf lakkisaa hadaraa Waaqaf Lafaa๐Ÿ™

for Musilim Brothers And Sisters
09/04/2024

for Musilim Brothers And Sisters

31/03/2024

Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa ammas badhaasa biroo badhaafamuuf.

Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa cichoomina Afrikaa keessaa beelli akka baduuf qorannoo taasisaniif yuunivarsiitii Parduu guddicha irraa badhaafamuuf akka ta'e himame.

Badhaasni kun, 'Order of the Griffin' kan jedhamu yoo ta'u, akka yuuniivarsiitii Paarduu beeksisetti badhaasni kun torbaan dhufu gaafa wiixataa akka kennamuudha kan odeeffanne.

Dhugaa Media
Gaaddisa Dhugaa!

03/02/2024
04/01/2024

Heerri Mootummaa Naannoo Oromiyaa keewwanni 49(3) Qaama kaminu kabajamuu qaba.
==========//////=============
Gaaffiin murteesson asitti ka'u qabu Heerri Mootummaa FDRI Bara 1995 bahe keewwanni 55(5) Waa'ee seeraa Yakka FDRI Bara 1996 fooyya'e bahe moo Waa'ee seeraa Adaba Yakka Bara Mootummaa Hayilee silasee bahe amma haqame lubbuun hin jirre fayyadama jira. Maaliif Naannoolee seeraa Adabaa Yakka keessatti wanta guutumaan gutuutti hin Tumamne irratti Aangoo Yakka baasuu akka qaban Tuman Heeraa Mootummaa kun ni ka'a.Akka Eejjannoo fi Hubannoo ogeessota seeraa Oromiyaa keessa jiranitti Tuman Heeraa kun waa'ee Seeraa Yakka haasa'a jira yoo jedhamallee Seerri Yakka FDRI Bara 1996 fooyya'e bahe Yakkoota dhimma lafa waliin wal-qabatan irratti bifa Guutuu ta'en Tume hin jiru.Dhimmoota Yakka lafa waliin wal-qabatu irratti seerri Yakkan kun Guutuu ta'e hin qabane yoo ta'e immoo Naannooleen seeraa Yakka Dhimma lafa irratti Yakka gochun baasuu akka danada'an Tuman Heeraa Mootummaa FDRI kun angeessera jechudha.Dabalatanis Manni Maree Bakka Bu'oota Uummata Itoophiyaa Labsii lafa baadiyyaa lakk.456/2005 keewwata 17 jalatti Naannoolee Dhimma lafa baadiyyaa irratti Aangoo seeraa lafa baafachuu akka danda'an ifan labsiin aangeessera.Dhimmuma lafa waliin wal-qabatu irratti Heerri Mootummaa FDRI amma hojii irraa jiru keewwata 40(3)(4)(5), 52 fi 39 waliin wal-qabsiisun yommu ilaallu Naannoolee Aangoo lafa Bulchuu raawwchiisuf dirqama seeraa karaa seera baastuu isanitin tumachu akka danda'an kan agarsiisudha.
Yeroo amma immoo akka Mootummaa Naannoo Oromiyatti labsii Bulchiinsa lafa baadiyyaa fooyya'e lakk. 248/2015 keewwata 58 jalatti Dhimmoota karaa seeran alan lafa Baadiyyaa qabachuu irratti bifa guutuu ta'en haguuggee Adabbii Yakka of-irraa qabuu akkaataa Heeraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa amma Hojii irra jirun Caffeen Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan heeran olaantummaan Naannichaa kennamefiin Bu'uuraa Heeraa kana keewwata 49tiin Guutuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa irratti labsameera.Labsiin kun Heeraa Mootummaa FDRI Bara 1996 fooyya'e bahe keewwata 55(5)tiin Hiikoo Heeraa Mootummaa kan kaasu Yoo ta'e Abbaan seeraa dhimmichi isaaf dhiyaate Bu'uuraa Heeraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa amma Hojii irraa jirun keewwata 68 wabii gidhachuun dhimmicha kallatummaan Akkaataab labsii Heeraa Calaltuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa lakk.251/2015 keewwata 16tiin Dhimmichi Hiikoon Heeraa akka irratti kennamu Barreeffaman gara koree calaltuu Heeraa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti seeraa Falmii kaase tuqun Guyyaa 30(soddoma) keessatti akka bu'an gama Gumii calaltuu jedhamen isaaf dhiyaatu gochu qaba. Karaa Biratiin Abbaa seeraa jechun Bu'uuraa Labsii 251/2015 kwt 2 jalatti yoo Hiikuu Ogeessa seeraa Gumii Abbootii seeraa Oromiyaa filatamee Caffee seeraa Tumtuu Naannichaa muuddamuudha.Kana jechun immoo Abbaan seeraa seerri kamu Falmii Heeraa yoo kaase Adeemsa seera egachuun qama aangoo qabun hanga furmaata hin aragnnetti itti hojjachuun dirqama isatti jechudha.Abbaan seeraa Dirqama kana hin baane immoo Bu'uuraa Dambii Naamusa Abbootii seeraa Oromiyaa lakk.2/2011 keewwata 10(10) seeraa ifatti jiru cabsuu Ykn dabsuu jedhun Naamuusa cimaan Abbaa seeraa Murtii Adeemsa seera falleesse kana kan gaafachiisu ta'a jechudha.Karaa Birootiin seerri Yakka FDRI Bara 1996 Fooyya'e bahe keewwaton 686-689 jiran kunnen Mirga qabiyyee Qotee Bulaa fi Horsiise Bulaa karaa seeran alan Falla Heeraa Mootummaa FDRi amma hojii irraa jiru kwt 40(3)(4)(5)Beekkamti kennameef Kiraassabdoota , Daldaltoota lafa Qotee Bulaa irraa karaa Falla seeran irra fudhachun duroomuu barbaadan,Hojjatoota Waajjira lafa sadarkaa sadarkaan jiran Ragaa sobaan lafa Qabiyyee lafa baadiyyaa irratti Yakka raawwatanii aragamaniif karaa Guutuu ta'en keewwatoota seeraa Yakka FDRi amma hojii irraa jirun egumsa Guutuu ta'e waan hin qabnef Labsiin lafa baadiyyaa lakk.248/2015 kwn 58 deebii Guutuu fi Adabbii Barsiisa ofirraa qabachun labsame jirun Dirqama ogeessota seeraa Oromiyaa Hojii irraa ooluu qaba jechudha.kanan alatti Maqaa Heeraan Aangoo Yakka gochun kan tumu mootumma Fedeerala qofa bifa jedhu Hiikuun Qabna karaa seeraa ala lafa baadiyyaa Taphaan ala gochun Aangoo Gumii calaltuu Heeraa Mootumaa Naannoo Oromiyaa seeran kennamef keessa seenuu ta'a.

Address

Adis Ababa
Ababa

Telephone

+251916268847

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lawyer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category